Cooperative Bank of Oromia

@coopbankoromia
Latest publications
Publication date:
29 Apr, 08:22

Coopbank proudly participated in the 12th Africa Regional Forum on Sustainable Development in Addis Ababa, highlighting the critical role of private sector partnerships in accelerating Africa’s progress. During the Fireside Chat, our CEO, Deribie Asfaw, underscored that advancing the SDGs is not merely a strategy, it is central to who we are.
Today, we serve over 22 million digital customers and have disbursed more than ETB 52.5 billion through Michu, empowering nearly 3 million MSMEs, with a strong focus on youth and women who represent 80 percent of beneficiaries.
Through platforms such as Michu and Farmpass, we are expanding access to collateral free finance, supporting farmers and small businesses, and contributing to the creation and sustainability of 2.7 million jobs. We remain committed to translating the SDGs into tangible impact for every Ethiopian.
#Coopbank #ARFSD12 #SDGs #FinancialInclusion #MSMEs #SustainableGrowth #Partnerships #Innovation #Africa #Ethiopia
👁 784 👍 9 💬 1 🔁 0 Publication date:
29 Apr, 07:26

Waahilli kaffaltii keessan, Koopay I-birri qisaasama yeroo qofa osoo hin taane, waxalama aduus isin baraara. Hojii keessan irraa osoo hin jeeqamiin ykn maatii keessan waliin boqochaa tajaajila bishaanii Kooppeey I-birriin achumaa kaffaladhaa.
የክፍያ አጋርዎ ኮፔይ ኢ-ብር፣ ከጊዜ ብክነት ብቻ ሳይሆን ከፀሀዩ ግለትም ይታደግዎታል። ከሥራዎ ሳይስተጓጎሉ ወይም ከቤተሰብዎ ጋር አረፍ እንዳሉ የውሃ ፍጆታ ክፍያዎን በኮፔይ ኢ-ብር ከዛው ይክፈሉ።
#Coopbank #CoopayEbirr #DigitalPayments #WaterPayment #Ease #NoQueues #SmartLiving #Ethiopia
👁 1307 👍 2 💬 0 🔁 0 Publication date:
29 Apr, 06:28

Gatii jijjiirraa fooyya'aa qofa miti, dhibbentaa 10 isiniif idaanee gammachuu keessan guutuu taasisna!
የተሻለ የምንዛሪ ዋጋ ብቻ ሳይሆን 10 በመቶ ጉርሻ ጨምረን ደስታዎን ሙሉ እናደርጋለን!
#Coopbank #BestExchangeRate #ExtraBonus #RemittanceRewards #MoreMoneyMoreJoy
👁 1736 👍 4 💬 0 🔁 1 Publication date:
28 Apr, 14:20

Humnaafi Dandeettii Qabdu Irratti Tumsa Dabalataa Siif Taana!
Hojiin harkakee jiru ykn fedhiin qalbiidhaa qabdu, saffisaan guddina abjootteen akka siin ga'u, liqii dijitaalawaa, Michuu Kiyyaa bilbila keerraa fayyadami. Wabii tokko malee hanga Qarshii 75,000tti liqeeffadhu.
በጥንካሬሽ እና ችሎታሽ ላይ ተጨማሪ ድጋፍ እንሁንሽ!
በእጅሽ ያለው ሥራ ወይም በልብሽ ያለው መሻት በፍጥነት ወዳለምሽው እድገት እንዲያደርስሽ፣ 'ምቹ' ዲጂታል ብድርን በስልክሽ ተጠቀሚ። ያለምንም ዋስትና እስከ 75,000 ብር ተበደሪ።
#Coopbank #MichuDigitalLoan #MichuKiyya #Uncollateral #WomenEmpowerment #FinancialInclusion #Ethiopia
👁 3507 👍 16 💬 1 🔁 0 Publication date:
28 Apr, 09:52

'SACCOPay' Tajaajila Waldaalee Liqiif Qusannoo Keessan Ammayyoomseera!'
SACCOPay' tajaajila Waldaa Qusannoo fi Liqii irraa argattan, tajaajila iyyannoo liqii, qusannaa ykn kaffaltii liqii, walumaagalatti tajaajila qaamaan deemtanii argattan hunda moobayila harkarraa qabdaniin akka argachuu dandeessan isin gargaara. 'SACCOPay liinkii armaan gadii cuqaasuun bilbila keessan irratti fe’adhaa!
'SACCOPay' የቁጠባና ብድር ማህበራትን አገልግሎት አዘምኗል!
'SACCOPay' ከቁጠባና ብድር ማህበራት የሚያገኙትን አገልግሎት፣ የብድር ማመልከቻ፣ ቁጠባዎን ወይም የብድር ክፍያዎን በአጠቃላይ በአካል በመሄድ የሚያገኙትን አገልግሎት ሁሉ በእጅዎ በሚገኘው ሞባይልዎ ለማግኘት ያስችልዎታል። የ'SACCOPay' መተግበሪያን ከዚህ በታች ያለውን ማስፈንጠሪያ በመጠቀም በስልክዎ ላይ ይጫኑ!
https://play.google.com/store/apps/details?id=com.techverve.saccopay&hl=en
#Coopbank #SACCO #SACCOPay #DigitalTransformation #Fintech #SmartServices #GoDigital #Ethiopia
👁 4332 👍 15 💬 2 🔁 8 Publication date:
28 Apr, 06:45

Gatii jijjiirraa fooyya'aa qofa miti, dhibbentaa 10 isiniif idaanee gammachuu keessan guutuu taasisna!
የተሻለ የምንዛሪ ዋጋ ብቻ ሳይሆን 10 በመቶ ጉርሻ ጨምረን ደስታዎን ሙሉ እናደርጋለን!
#Coopbank #BestExchangeRate #ExtraBonus #RemittanceRewards #MoreMoneyMoreJoy
👁 4207 👍 7 💬 0 🔁 3 Publication date:
27 Apr, 14:54

Isiniif Tikeeta Xiyyaaraa Kooppeey I- birriin murachuumoo Xiyyaaratu irra saffisa?
Tibbana imalaaf karoora qabdu taanaan, Kooppeey I-birri, Mijaa’aa Salphaa fi Saffisaa ta’uusaa yaalaa mirkaneeffadhaa!
ለእርስዎ የበለጠ ፈጣን ኮፔይ ኢ-ብር ወይስ አውሮፕላኑ ነው?
በቅርቡ የጉዞ ዕቅድ ካሎት፣ ትኬትዎን በኮፔይ ኢ-ብር በመቁረጥ ቀላል፣ ምቹ እና ፈጣን መሆኑን ይሞክሩ፣ ያረጋግጡ!
#Coopbank #CoopayEBirr #TravelMadeEasy #BookInstantly #SmartTravel #FlySmart
👁 4913 👍 15 💬 2 🔁 2
Russian


